SlideShare ist ein Scribd-Unternehmen logo
1 von 2
Downloaden Sie, um offline zu lesen
DHALOOTNII KUN……?
Kuulaa Jiloo Xachee tiin
Dhalatan dhalchan;dhalchan bakka of buusan;fakkaataa kee kan dhiiga kee irraa
kalaqame;kan yoo sitti aggatan(aggaaman)rifatu kan yoo si rukutan dhiigu dhallii
kee…..kan bakka si bu’us isuma. Eeyyee dhalatan malee hin dhalchan;dhalchan/dhalan
malees bakka of hin buusan. Garuu,dhalachuun ykn dhaluun qoftii gahaa miti. kan
dhalu/dhalchu dhaluu waan danda’uuf qofaa miti kaayyoo qaba. dhaluun galma isa
dhumaa miti dhalachuunis akkasuma yoo fakkaataa fi gaaddisa ofii dhalchan malee yoo
foon ofii fakkaatan malee yoo galma dhalataniif gahan malee.
Kan gaafa gammachuu qofa ililchu,kan ijjii imimmaanii roobsitee onneen gammachuu
facaastu osoo hin ta’in kan yoo qormaannii du’aan boodaas jiraate sii wajjiin qoramu
fakkaattiin kee ;bakka bu’aan kee gaaddisnii. hin ta’u taanaan maseenuunis filannoo
tokkoodha. Hundumaafuu dhaloota gaafa jennu sadarkaa garaa garaa qabachuu ni
mala. Tokkoon tokkoon keenya maatii keenyaaf,biyya keenyaaf darbes addunyaafis
dhaloota kan deemsa abbaa guutuu taasisu. Garuu,dhaloonnii har’aa dhaloota eessa
ture?dhaloota amma eessa jiru?dhaloota fuulduraaf eessatti deemu? “Jibbicha korma
ta’u haada irratti beekan”jetti maanguddoon yoo mammaaktu.kanaan dura cabaaluqoota
garaa garaa irraa kan ka’e yoo tokko oobjatu innii kaan hin rafneeyyuu ta’a
oobjachuuf;oobjuunis duddaa fi garaa turte wal hin simtu.yoo kaan dammaqu ammo
kaan ni huursa(kurruufa) hirriibaan booji’amee.garuu,kan akka rafetti hafu reeffa qofa.
Amma garuu haallii ciisichaa waan itti tole hin fakkaatu. Kaa hirribaa dammaqee ofiin
gunguma,innii kaan iddoo ciisichaa jijjiiratee waan iddoo isa jijjiirsise sana yaada
dhiphuu,gadadoo,rakkina: iddootti deebi’uufis kan hidhee sun hiika,kaan idduma ciisutti
asii achi gargaggala,kaan of hooqa wahittuu nyaataa jira wahittuu hirriiba dhorke.
Hunduu dhunfaan dhiphata.yaada isaanii walitti ibsachuuf amantii guutuu wal irraa hin
arganne. garuu waan tokkoon wal fakkaatu:gadadoo yaadu furmaata wixinu.yaadnii
isaanii iddoo tokkotti waan nanna’aa jiru fakkaata.
Abjuun duddaa fi garaa turte har’a yoo tokko abjuun aduu argu innii kaan
baatii(ji’a)arga.”kun kiyya moo kiyyaa miti?”,”kun ana moo anaa miti?”gaaffiileen jedhan
gaaffii xiinsammuu turan amma garuu haa ta’us haa baatuus gaaffii akkasii kaasuun
qaanii ta’aa waan dhufe fakkaata. Dhaloonnii kun waan hedduun wal akkeessaa jira:
hidhii wal ilaalaa jira(“afaan kam haasa’aa jira/ti?”),maqaa wal xiinxalaa jira(“maqaan
kee Caaltuudhaa?,Boruudhaa? Galmoodhaa?maqaa bareedaa qabda!”) ,harka wal ilaalaa
jira(micciiraa,gumee) uffatas akkasuma. kana males yoo dubbatu,yoo barreessuus ta’ee
yoo yaadu handhurtii isaa waan walitti jirtu fakkaatti;walitti jirtis. Dhiiga tokko,fedhii
tokko qabu,madaa tokkotti dhukkuba waan ta’eef. Kanaafuu,dhalootnii kun jijjiiramaa
jiraa laata???? Yeroof dhiisa!
HORAA BULAA DEEBANAA!

Weitere ähnliche Inhalte

Was ist angesagt?

Socorro pesadilla
Socorro pesadillaSocorro pesadilla
Socorro pesadillatrixegl
 
Digital menu boards for restaurants- all you wanted to know!
 Digital menu boards for restaurants- all you wanted to know! Digital menu boards for restaurants- all you wanted to know!
Digital menu boards for restaurants- all you wanted to know!Tjgdigital Signs
 
Presentación "LA ESCUELA Y LAS NUEVAS TECNOLOGÍAS"
Presentación "LA ESCUELA Y LAS NUEVAS TECNOLOGÍAS"Presentación "LA ESCUELA Y LAS NUEVAS TECNOLOGÍAS"
Presentación "LA ESCUELA Y LAS NUEVAS TECNOLOGÍAS"camilaa92
 
Harry Coumnas Is An Astronaut
Harry Coumnas Is An AstronautHarry Coumnas Is An Astronaut
Harry Coumnas Is An Astronautkevin8smith
 
Cavernas azules de mármol en chile
Cavernas azules de mármol en chileCavernas azules de mármol en chile
Cavernas azules de mármol en chileJuan Ignacio B.
 
Cavernas azules de marmol en la patagonia chilena
Cavernas azules de marmol en la patagonia chilenaCavernas azules de marmol en la patagonia chilena
Cavernas azules de marmol en la patagonia chilenaCarmenAlicia .
 
Bill Gates Dice A Los Adolescentes12
Bill Gates Dice A Los Adolescentes12Bill Gates Dice A Los Adolescentes12
Bill Gates Dice A Los Adolescentes12Andrés Jiménez
 
Fallen i fallen (lauren kate)
Fallen i   fallen (lauren kate)Fallen i   fallen (lauren kate)
Fallen i fallen (lauren kate)Mariana Correia
 
Finqillee fi goguu bishaan haramaya fi xinniqqee (baharudin abdi)
Finqillee fi goguu bishaan haramaya fi xinniqqee (baharudin abdi)Finqillee fi goguu bishaan haramaya fi xinniqqee (baharudin abdi)
Finqillee fi goguu bishaan haramaya fi xinniqqee (baharudin abdi)Bahar Abdi Dawid
 

Was ist angesagt? (18)

Dedicadoa rachelcorrie
Dedicadoa rachelcorrieDedicadoa rachelcorrie
Dedicadoa rachelcorrie
 
Socorro pesadilla
Socorro pesadillaSocorro pesadilla
Socorro pesadilla
 
Apresentação1 peruibe
Apresentação1 peruibeApresentação1 peruibe
Apresentação1 peruibe
 
Taps funeral militar
Taps funeral militarTaps funeral militar
Taps funeral militar
 
Digital menu boards for restaurants- all you wanted to know!
 Digital menu boards for restaurants- all you wanted to know! Digital menu boards for restaurants- all you wanted to know!
Digital menu boards for restaurants- all you wanted to know!
 
Presentación "LA ESCUELA Y LAS NUEVAS TECNOLOGÍAS"
Presentación "LA ESCUELA Y LAS NUEVAS TECNOLOGÍAS"Presentación "LA ESCUELA Y LAS NUEVAS TECNOLOGÍAS"
Presentación "LA ESCUELA Y LAS NUEVAS TECNOLOGÍAS"
 
Harry Coumnas Is An Astronaut
Harry Coumnas Is An AstronautHarry Coumnas Is An Astronaut
Harry Coumnas Is An Astronaut
 
Cavernas azules de mármol en chile
Cavernas azules de mármol en chileCavernas azules de mármol en chile
Cavernas azules de mármol en chile
 
Cavernas azules de marmol en la patagonia chilena
Cavernas azules de marmol en la patagonia chilenaCavernas azules de marmol en la patagonia chilena
Cavernas azules de marmol en la patagonia chilena
 
Bill Gates Dice A Los Adolescentes12
Bill Gates Dice A Los Adolescentes12Bill Gates Dice A Los Adolescentes12
Bill Gates Dice A Los Adolescentes12
 
Vacaciones en paz
Vacaciones en pazVacaciones en paz
Vacaciones en paz
 
Fallen i fallen (lauren kate)
Fallen i   fallen (lauren kate)Fallen i   fallen (lauren kate)
Fallen i fallen (lauren kate)
 
Finqillee fi goguu bishaan haramaya fi xinniqqee (baharudin abdi)
Finqillee fi goguu bishaan haramaya fi xinniqqee (baharudin abdi)Finqillee fi goguu bishaan haramaya fi xinniqqee (baharudin abdi)
Finqillee fi goguu bishaan haramaya fi xinniqqee (baharudin abdi)
 
25º domingo to a
25º domingo to a 25º domingo to a
25º domingo to a
 
Il Clima Polare
Il Clima PolareIl Clima Polare
Il Clima Polare
 
Ikigai
IkigaiIkigai
Ikigai
 
Muleta
MuletaMuleta
Muleta
 
Dominicano
DominicanoDominicano
Dominicano
 

Andere mochten auch

The Hunt for the Campus Cat
The Hunt for the Campus CatThe Hunt for the Campus Cat
The Hunt for the Campus Catconnoralbinson
 
El poder de la comunicacion
El poder de la comunicacionEl poder de la comunicacion
El poder de la comunicacionFroilan Severino
 
Power point FERNANDA GUAMAN
Power point FERNANDA GUAMANPower point FERNANDA GUAMAN
Power point FERNANDA GUAMANferchitagcorrea
 
СТРАТЕГІЯ «БЛАКИТНОГО ОКЕАНУ ЯК СПОСІБ СТВОРЕННЯ ДОВГОСТРОКОВИХ ПЕРЕВАГ КОМП...
 СТРАТЕГІЯ «БЛАКИТНОГО ОКЕАНУ ЯК СПОСІБ СТВОРЕННЯ ДОВГОСТРОКОВИХ ПЕРЕВАГ КОМП... СТРАТЕГІЯ «БЛАКИТНОГО ОКЕАНУ ЯК СПОСІБ СТВОРЕННЯ ДОВГОСТРОКОВИХ ПЕРЕВАГ КОМП...
СТРАТЕГІЯ «БЛАКИТНОГО ОКЕАНУ ЯК СПОСІБ СТВОРЕННЯ ДОВГОСТРОКОВИХ ПЕРЕВАГ КОМП...Alex Grebeshkov
 
INFORMACION IMPORTANTE
INFORMACION IMPORTANTEINFORMACION IMPORTANTE
INFORMACION IMPORTANTEmario2210
 
La inmensidad e infinidad de las neuronas rebeldes
La inmensidad e infinidad de las neuronas rebeldesLa inmensidad e infinidad de las neuronas rebeldes
La inmensidad e infinidad de las neuronas rebeldesKaarlá Dávila
 
Power arequipa
Power arequipaPower arequipa
Power arequipajbarturen
 
Raising awareness via art installations
Raising awareness via art installationsRaising awareness via art installations
Raising awareness via art installationsPeggy Brannigan, MBA
 
Anexo comunicación no verbal
Anexo  comunicación  no verbalAnexo  comunicación  no verbal
Anexo comunicación no verbalDiego Ramirez
 
Compact emergency lamp using power leds
Compact emergency lamp using power ledsCompact emergency lamp using power leds
Compact emergency lamp using power ledssudhakar5472
 

Andere mochten auch (19)

The Hunt for the Campus Cat
The Hunt for the Campus CatThe Hunt for the Campus Cat
The Hunt for the Campus Cat
 
El poder de la comunicacion
El poder de la comunicacionEl poder de la comunicacion
El poder de la comunicacion
 
Power point FERNANDA GUAMAN
Power point FERNANDA GUAMANPower point FERNANDA GUAMAN
Power point FERNANDA GUAMAN
 
Conventions
ConventionsConventions
Conventions
 
Tridu
TriduTridu
Tridu
 
Math
MathMath
Math
 
Revision 7 ligia
Revision 7 ligiaRevision 7 ligia
Revision 7 ligia
 
RAMEN
RAMENRAMEN
RAMEN
 
СТРАТЕГІЯ «БЛАКИТНОГО ОКЕАНУ ЯК СПОСІБ СТВОРЕННЯ ДОВГОСТРОКОВИХ ПЕРЕВАГ КОМП...
 СТРАТЕГІЯ «БЛАКИТНОГО ОКЕАНУ ЯК СПОСІБ СТВОРЕННЯ ДОВГОСТРОКОВИХ ПЕРЕВАГ КОМП... СТРАТЕГІЯ «БЛАКИТНОГО ОКЕАНУ ЯК СПОСІБ СТВОРЕННЯ ДОВГОСТРОКОВИХ ПЕРЕВАГ КОМП...
СТРАТЕГІЯ «БЛАКИТНОГО ОКЕАНУ ЯК СПОСІБ СТВОРЕННЯ ДОВГОСТРОКОВИХ ПЕРЕВАГ КОМП...
 
Livros
LivrosLivros
Livros
 
INFORMACION IMPORTANTE
INFORMACION IMPORTANTEINFORMACION IMPORTANTE
INFORMACION IMPORTANTE
 
La inmensidad e infinidad de las neuronas rebeldes
La inmensidad e infinidad de las neuronas rebeldesLa inmensidad e infinidad de las neuronas rebeldes
La inmensidad e infinidad de las neuronas rebeldes
 
Power arequipa
Power arequipaPower arequipa
Power arequipa
 
Raising awareness via art installations
Raising awareness via art installationsRaising awareness via art installations
Raising awareness via art installations
 
Brief
BriefBrief
Brief
 
Writing Example
Writing ExampleWriting Example
Writing Example
 
Anexo comunicación no verbal
Anexo  comunicación  no verbalAnexo  comunicación  no verbal
Anexo comunicación no verbal
 
Sandra coyne resume v7[1]
Sandra coyne   resume v7[1]Sandra coyne   resume v7[1]
Sandra coyne resume v7[1]
 
Compact emergency lamp using power leds
Compact emergency lamp using power ledsCompact emergency lamp using power leds
Compact emergency lamp using power leds
 

Ähnlich wie Dhalootnii kun

Mammaaksota hubachuu fi hiikuun
Mammaaksota hubachuu fi hiikuunMammaaksota hubachuu fi hiikuun
Mammaaksota hubachuu fi hiikuunMohammed Abdo
 
Beekeeping.pptx
Beekeeping.pptxBeekeeping.pptx
Beekeeping.pptxLammiiEdae
 
BAALLEE KITAABAA KEESSAA (OF FOYYEESSUU).pdf
BAALLEE KITAABAA KEESSAA (OF FOYYEESSUU).pdfBAALLEE KITAABAA KEESSAA (OF FOYYEESSUU).pdf
BAALLEE KITAABAA KEESSAA (OF FOYYEESSUU).pdfDesalechali1
 
4_5922252583941967214[1].pptx
4_5922252583941967214[1].pptx4_5922252583941967214[1].pptx
4_5922252583941967214[1].pptxMohammedAbdela7
 
Adaamaa power point 2015 Efa (1).pptx
Adaamaa power point 2015 Efa (1).pptxAdaamaa power point 2015 Efa (1).pptx
Adaamaa power point 2015 Efa (1).pptxJaafar47
 

Ähnlich wie Dhalootnii kun (20)

Safuu jaalalaa
Safuu jaalalaaSafuu jaalalaa
Safuu jaalalaa
 
Qoricha Maraatuu5.pdf
Qoricha Maraatuu5.pdfQoricha Maraatuu5.pdf
Qoricha Maraatuu5.pdf
 
Mammaaksota hubachuu fi hiikuun
Mammaaksota hubachuu fi hiikuunMammaaksota hubachuu fi hiikuun
Mammaaksota hubachuu fi hiikuun
 
Barnoota dhuuga aeditedtwocolumn
Barnoota dhuuga aeditedtwocolumnBarnoota dhuuga aeditedtwocolumn
Barnoota dhuuga aeditedtwocolumn
 
Beekeeping.pptx
Beekeeping.pptxBeekeeping.pptx
Beekeeping.pptx
 
Barnoota dhuugaa Wangeelaa
Barnoota dhuugaa WangeelaaBarnoota dhuugaa Wangeelaa
Barnoota dhuugaa Wangeelaa
 
Barnoota dhuuga aeditedtwocolumn
Barnoota dhuuga aeditedtwocolumnBarnoota dhuuga aeditedtwocolumn
Barnoota dhuuga aeditedtwocolumn
 
BAALLEE KITAABAA KEESSAA (OF FOYYEESSUU).pdf
BAALLEE KITAABAA KEESSAA (OF FOYYEESSUU).pdfBAALLEE KITAABAA KEESSAA (OF FOYYEESSUU).pdf
BAALLEE KITAABAA KEESSAA (OF FOYYEESSUU).pdf
 
4_5922252583941967214[1].pptx
4_5922252583941967214[1].pptx4_5922252583941967214[1].pptx
4_5922252583941967214[1].pptx
 
Burqaa gammachuu dhugaa
Burqaa gammachuu dhugaaBurqaa gammachuu dhugaa
Burqaa gammachuu dhugaa
 
Burqaa gammachuu dhugaa
Burqaa gammachuu dhugaaBurqaa gammachuu dhugaa
Burqaa gammachuu dhugaa
 
Oromo - Joseph and Asenath by E.W. Brooks.pdf
Oromo - Joseph and Asenath by E.W. Brooks.pdfOromo - Joseph and Asenath by E.W. Brooks.pdf
Oromo - Joseph and Asenath by E.W. Brooks.pdf
 
Oromo - Poverty.pdf
Oromo - Poverty.pdfOromo - Poverty.pdf
Oromo - Poverty.pdf
 
Adaamaa power point 2015 Efa (1).pptx
Adaamaa power point 2015 Efa (1).pptxAdaamaa power point 2015 Efa (1).pptx
Adaamaa power point 2015 Efa (1).pptx
 
Oromo - Testament of Gad.pdf
Oromo - Testament of Gad.pdfOromo - Testament of Gad.pdf
Oromo - Testament of Gad.pdf
 
Ninoslecvida
NinoslecvidaNinoslecvida
Ninoslecvida
 
Acoelomates boq. 6
Acoelomates boq. 6Acoelomates boq. 6
Acoelomates boq. 6
 
Oromo - 1st Maccabees.pdf
Oromo - 1st Maccabees.pdfOromo - 1st Maccabees.pdf
Oromo - 1st Maccabees.pdf
 
Oromo - Testament of Dan.pdf
Oromo  - Testament of Dan.pdfOromo  - Testament of Dan.pdf
Oromo - Testament of Dan.pdf
 
BELLA HISTORIA
BELLA HISTORIABELLA HISTORIA
BELLA HISTORIA
 

Mehr von kula jilo

Clinical Pathology Laboratory Report by Kula Jilo 2016
Clinical Pathology Laboratory Report by Kula Jilo 2016Clinical Pathology Laboratory Report by Kula Jilo 2016
Clinical Pathology Laboratory Report by Kula Jilo 2016kula jilo
 
BORANA OROMO CALENDER
BORANA  OROMO CALENDERBORANA  OROMO CALENDER
BORANA OROMO CALENDERkula jilo
 
2.04.02 bovine babesiosis
2.04.02 bovine babesiosis2.04.02 bovine babesiosis
2.04.02 bovine babesiosiskula jilo
 

Mehr von kula jilo (7)

Clinical Pathology Laboratory Report by Kula Jilo 2016
Clinical Pathology Laboratory Report by Kula Jilo 2016Clinical Pathology Laboratory Report by Kula Jilo 2016
Clinical Pathology Laboratory Report by Kula Jilo 2016
 
BORANA OROMO CALENDER
BORANA  OROMO CALENDERBORANA  OROMO CALENDER
BORANA OROMO CALENDER
 
Kula jilo
Kula jiloKula jilo
Kula jilo
 
Booruu
BooruuBooruu
Booruu
 
Basic stat
Basic statBasic stat
Basic stat
 
Patho word
Patho wordPatho word
Patho word
 
2.04.02 bovine babesiosis
2.04.02 bovine babesiosis2.04.02 bovine babesiosis
2.04.02 bovine babesiosis
 

Dhalootnii kun

  • 1. DHALOOTNII KUN……? Kuulaa Jiloo Xachee tiin Dhalatan dhalchan;dhalchan bakka of buusan;fakkaataa kee kan dhiiga kee irraa kalaqame;kan yoo sitti aggatan(aggaaman)rifatu kan yoo si rukutan dhiigu dhallii kee…..kan bakka si bu’us isuma. Eeyyee dhalatan malee hin dhalchan;dhalchan/dhalan malees bakka of hin buusan. Garuu,dhalachuun ykn dhaluun qoftii gahaa miti. kan dhalu/dhalchu dhaluu waan danda’uuf qofaa miti kaayyoo qaba. dhaluun galma isa dhumaa miti dhalachuunis akkasuma yoo fakkaataa fi gaaddisa ofii dhalchan malee yoo foon ofii fakkaatan malee yoo galma dhalataniif gahan malee. Kan gaafa gammachuu qofa ililchu,kan ijjii imimmaanii roobsitee onneen gammachuu facaastu osoo hin ta’in kan yoo qormaannii du’aan boodaas jiraate sii wajjiin qoramu fakkaattiin kee ;bakka bu’aan kee gaaddisnii. hin ta’u taanaan maseenuunis filannoo tokkoodha. Hundumaafuu dhaloota gaafa jennu sadarkaa garaa garaa qabachuu ni mala. Tokkoon tokkoon keenya maatii keenyaaf,biyya keenyaaf darbes addunyaafis dhaloota kan deemsa abbaa guutuu taasisu. Garuu,dhaloonnii har’aa dhaloota eessa ture?dhaloota amma eessa jiru?dhaloota fuulduraaf eessatti deemu? “Jibbicha korma ta’u haada irratti beekan”jetti maanguddoon yoo mammaaktu.kanaan dura cabaaluqoota garaa garaa irraa kan ka’e yoo tokko oobjatu innii kaan hin rafneeyyuu ta’a oobjachuuf;oobjuunis duddaa fi garaa turte wal hin simtu.yoo kaan dammaqu ammo kaan ni huursa(kurruufa) hirriibaan booji’amee.garuu,kan akka rafetti hafu reeffa qofa.
  • 2. Amma garuu haallii ciisichaa waan itti tole hin fakkaatu. Kaa hirribaa dammaqee ofiin gunguma,innii kaan iddoo ciisichaa jijjiiratee waan iddoo isa jijjiirsise sana yaada dhiphuu,gadadoo,rakkina: iddootti deebi’uufis kan hidhee sun hiika,kaan idduma ciisutti asii achi gargaggala,kaan of hooqa wahittuu nyaataa jira wahittuu hirriiba dhorke. Hunduu dhunfaan dhiphata.yaada isaanii walitti ibsachuuf amantii guutuu wal irraa hin arganne. garuu waan tokkoon wal fakkaatu:gadadoo yaadu furmaata wixinu.yaadnii isaanii iddoo tokkotti waan nanna’aa jiru fakkaata. Abjuun duddaa fi garaa turte har’a yoo tokko abjuun aduu argu innii kaan baatii(ji’a)arga.”kun kiyya moo kiyyaa miti?”,”kun ana moo anaa miti?”gaaffiileen jedhan gaaffii xiinsammuu turan amma garuu haa ta’us haa baatuus gaaffii akkasii kaasuun qaanii ta’aa waan dhufe fakkaata. Dhaloonnii kun waan hedduun wal akkeessaa jira: hidhii wal ilaalaa jira(“afaan kam haasa’aa jira/ti?”),maqaa wal xiinxalaa jira(“maqaan kee Caaltuudhaa?,Boruudhaa? Galmoodhaa?maqaa bareedaa qabda!”) ,harka wal ilaalaa jira(micciiraa,gumee) uffatas akkasuma. kana males yoo dubbatu,yoo barreessuus ta’ee yoo yaadu handhurtii isaa waan walitti jirtu fakkaatti;walitti jirtis. Dhiiga tokko,fedhii tokko qabu,madaa tokkotti dhukkuba waan ta’eef. Kanaafuu,dhalootnii kun jijjiiramaa jiraa laata???? Yeroof dhiisa! HORAA BULAA DEEBANAA!